33 Worri Israeli dubbi suni quufe Waaqa faarse, deebie aka lafa worri Reubenitifi ka Gadi keesa qubate had'e balleesu maqa ind'oomne.
Simeoni gurba olhampaare, Waaqa faarse, waan jed'e:
Duuba halkani suni waan d'ossani kaani AABBO Waaqi daayya keesa Danieliti mullise. Jennaani inni Waaqa gubba faarse waan jed'e;
Jennaani Daudini waan gumi ch'ufaani jed'e, AABBO Waaqa keesani faarsa! Jennaani gumiini ch'ufti AABBO, Waaqa ababoota isaani faarsite, AABBO Waaqafi hayyu durati gajejete guddifte.
Qaallicha Finehasifi jaaroleeni gumi Israeliti, mata ta isa woliini jirtu, ta isiini ch'ufti namu mata gosa ila adu teetu, waan worra gosa Reubenitifi ka Gaditifi ka Manase ka ilaboru jed'e d'ageennaani, dubbi worra quufani.
Waaqa, Abba Aabbo keenna Yeso Kristo galata deebimna! Inni Kristo keesa nu eebise eeba ch'ufa ta lubbu gubbaa nuu kenne.
D'ufiisa isaa ch'allaaniti, ammo inni aka isani isa jabeesitani nuti odeese. Ammalle inni aka isani guddo na argu feetaniifi aka isani maro tiyya lalefatanifi ammalle aka isani kurfo jirtani aka na qarqaartani nati hime, tanaafi anini guddo gammade.
Eegi soomani, maro dubbi nama jabeesitu sunitiifi gammadani.
Gumiini ch'ufti ch'allifte Barnabafi Paulo ka akheekhafi waan mama ka Waaqi jiddu gosa d'ibii harka worraatiini tolche odeesu ch'aqafte.
Jennaani Finehasifi jaaroleeni taani worra gosa Reubenitifi ka Gadile, lafa Gileaditi lakisani biraa deemani, lafa kanaaniti gara worra Israeli galani, dubbi suni ch'ufa iti himani.
Nami odu dansa lafa fagooti d'uftu d'agayu, nama bisaani qabanao hojja d'eebotu d'ugu fakaata.