Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Yoshua 20:9 - KITAABA WAAQA

9 Diri jaani kuni dira Israeliini fohate, aka worraafi keessumani worraleeni iti baqatu. Nami nama danu ijeese dandae achiti nama ijeechaa isa barbaadu duraa baha; haga dubbi isa jaaroleeni qortuti isa inijeesani.

Gade chapit la Kopi




Yoshua 20:9
5 Referans Kwoze  

Diri kunini dira iti baqatani ha tahuti, aka worra Israelitiifi nami gosa d'ibi ka imaltu d'ufeefi ka worra keesa qubatuleeni iti baqatu. Nami ch'ufti ka d'annu nama ijeese dandae dira suni tokoti baqata.


Duuba inni dira suni keesa taa haga dubbi isaa jaaroleeni qortuti, ammalle haga qaallichi guddaani gaafasi huji harkaa qabu duuti. Eegi suni namichi dandae dirafi worra isaa ka qara keesa baqateti gala.


Inni dandae dira kana tokoti baqate fulla fullo, ta jaaroleeni iti koratu d'aqe, waan tahe jaaroleeti hima. Duuba worri aka inni dira seenu ee jed'e, fulla inni tau kennaafi.


Ammalle galaana Yordani ilaboru dirra lafa gamooji, ka Yerikoni ilaboru keesa, Beezeri ka lafa Reubeni keesa jiruufi Ramothi ka Gileadi lafa Gadi keesa jiruufi Golani ka Bashanile, ka lafa Manase keesa jiru fohatani.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite