Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Yoshua 20:3 - KITAABA WAAQA

3 Nami danu nama ijeese dandae arti d'aqa, aka nama sila isa ijeese haalo baafatu baqatu.

Gade chapit la Kopi




Yoshua 20:3
8 Referans Kwoze  

Waan atini worra Israelitini jettu, hojja nami danu waan AABBO Waaqi seera ch'abse ch'ubbu tolche, inni akana tahu male.


Achiti inni dandae fiit'a nama inni ijeese kaani, ka isa ijeesu fed'u, duraa baha. Nama danu nama ijeese, ka dubbi inqorini inijeesiini.


Worra Israelitini waan jettu, Dira jaa ka iti baqatani, ka anini Musani isaniti hime fohad'a.


Inni dandae dira kana tokoti baqate fulla fullo, ta jaaroleeni iti koratu d'aqe, waan tahe jaaroleeti hima. Duuba worri aka inni dira seenu ee jed'e, fulla inni tau kennaafi.


nama ijeesani suni nama harka d'iiga suni ijeesuu male. Yo isa arge ch'ufa ijeesuu male.


Ammo hojja nami d'annu nama ijeese, ka qara jibba isaa inqamne, ato harkani iti game yokhaani woini had'e ijeese,


Isiini waan jetteeni, Ee hayyicha AABBO Waaqa kanke na kad'ad'u, aka namichi fiit'a tiyya ka d'iiga gurba kiyya kaani barbaadu, gurba kiyya tokocha hafe injeemne. Daudini waan jed'eeni maqa AABBO Waaqa jirutini siti kakhad'a, aka gurba kanke nami qeench'aleeni intunne.


Duuba waan lamati jira, ta injijiramneefi ta Waaqi dandae irati inkiyyimne.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite