Yoshua 2:10 - KITAABA WAAQA10 Nu ya d'ageenne aka AABBO Waaqi galaana Diima isani durati gosse, gaafa isani lafa Misiri keesa baatani kaani. Ammalle aka isani hayyoota Amori lamaani, Sihonifi Ogu, galaana Yordani gama suniti fit'ani balleesitani ya d'ageenne. Gade chapit la |