49 Worri Israeli lafa ch'ufa gargari qoode jennaani Yoshua ilma Nuni qooda toko Koba kennanifi.
Dira kanafi ollowaani isaani lafa gosa Dani worra isani gula, d'aala kennani ke jirani.
Akuma AABBO Waaqi jed'e, dira inni kad'ate, Timnathi Sera, ka lafa gaareeni Efraimu keesa jiru isaa kennani. Inni dira suni ka qara hammate — jaare keesa qubate.
Duuba lafuma isaa ta qooda kennanifi keesati isaa awaalani, ta maqaani isii Timnathi Heresi jed'ani, lafa gaareeni Efraimu, ta gaara Gaashitini mirgaa.