Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Yoshua 15:19 - KITAABA WAAQA

19 Isiini waan jetteeni, anini madda bisaani fed'a. Lafti atini naa kennite lafa aloo, ta gamooji. Duuba Kalebuni madda gubbatiifi ta jala kenneefi.

Gade chapit la Kopi




Yoshua 15:19
8 Referans Kwoze  

Tanaafi anini herege oboleyaani tana kad'ad'e, aka worri nu dura dabre waan inkennina jettani durati kurfeesani. Gaafa anini d'ufe ya kurfo taate, Duuba wonti sunini aka isani irre male kennu feetani agarsiifti.


Aabbo kiyya, waan anini d'ufeeni kana nara fud'ad'i, jara kanke kana qoodi.


Waan gosa Yuda inni akana jed'e: Ee AABBO Waaqa qonqo gosa worra Yuda ch'aqasi, gosa taanini wolti deebisi. Worraa kalchi, AABBO Waaqa nyaapa worra iraa d'owi.


Waan anini sii d'ufeeni kana naraa fud'ad'u; Waaqi ya naa nahe na quubse. Yakobooni ituma d'owe fud'achiise.


Jennaani achii kae gara bitaa dabre.


Guyya fuud'a geennaani Othinielini waan isiini jed'e, Me abbeetini, oobru naa kenni jed'i. Isiini harre iraa buute jennaani Kalebuni, Maani feeta? jed'eeni.


Tunini qooda lafa ta gosa Yuda worra isaani gula d'aala kennani.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite