Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Yoshua 15:17 - KITAABA WAAQA

17 Othinielini, ilmi Kenazi, ka oboleesa Kalebu, dira suni dabsate qabe, tanaafi Kalebuni intala isaa Aksa kenneefi.

Gade chapit la Kopi




Yoshua 15:17
9 Referans Kwoze  

Jennaani worri Israeli AABBO Waaqati bohe, inni nama worra baasu iti erge. Nami sunini Othnieli, ilma Kenazi, ka oboleesa Kalebu maand'icha.


Jennaani Othnielini, ilmi Kenazi, ka maand'a Kalebu, dira suni had'e qabe. Duuba Kalebuni intala ufi Aksa kenneefi.


Duuba haga ganna afurtama lafti nagaya argate, eegi suni Othnielini lubbu d'abe.


Guyya toko jari toko, ka gosa Yuda, Gilgaliti Yoshuati d'ufe. Worri sunini nami toko, ka Kalebu ilma Yefune jed'ani, ka gosa Kenizi waan isaani jed'e, Atini waan AABBO Waaqi Kadesh-Barneati, namicha Waaqa ka Musa jed'ani kaani waan kiyyafi kanke jed'eeni imbeeta.


Eegi suni isiini ijoolle d'iira lama d'alteefi: Shaafu, ka dira Madmana jaareefi Sheva ka dira Makbenaafi Gibea jaare. Ilmaani tana male Kalebuni intala Aksa jed'ani toko qaba.


Nami waan suni keesa injirre Kalebu ilma Yefune ka gosa Kenisitifi, Yoshua ilma Nuni ch'alla; jara kana lamaani ch'allati garaa tokooni AABBO Waaqa gula yae.


Kalebuni waan jed'e, Anini nama dira Kiriath-Seferi dabsate qabe, intala tiyya Aksa kennaafi aka inni fuud'u.


Kenazini ilmaani d'iira lama qaba, Othnielifi Seraya. Othnielileni ilmaani d'iira lama qaba, Hathathifi


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite