Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Yoshua 15:16 - KITAABA WAAQA

16 Kalebuni waan jed'e, Anini nama dira Kiriath-Seferi dabsate qabe, intala tiyya Aksa kennaafi aka inni fuud'u.

Gade chapit la Kopi




Yoshua 15:16
6 Referans Kwoze  

Ammo inni baqate jennaani worri isa reebe, qabe quba hagicho ka harkatifi ka miilale ch'ufa iraa ch'ire.


Jennaani arti bahe worra dira Dibiri had'e. (Dira kana duri Kiriath-Seferi jed'ani.)


Othinielini, ilmi Kenazi, ka oboleesa Kalebu, dira suni dabsate qabe, tanaafi Kalebuni intala isaa Aksa kenneefi.


Jennaani waan woliini jed'ani, Nama kana laala aka inni nu ch'ompifatu; hayyichi keenna Sauloni nama isa ijeese waan guddo kennaafi intala ufile fuusise worra isaani damoosa ira imfud'ani jed'e.


Eegi suni isiini ijoolle d'iira lama d'alteefi: Shaafu, ka dira Madmana jaareefi Sheva ka dira Makbenaafi Gibea jaare. Ilmaani tana male Kalebuni intala Aksa jed'ani toko qaba.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite