Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Yoshua 14:13 - KITAABA WAAQA

13 Jennaani Yoshuani Kalebu ilma Yefune eebise, dira Hebroni d'aala kenneefi.

Gade chapit la Kopi




Yoshua 14:13
16 Referans Kwoze  

Akuma Musani jed'e dira Hebroni Kalebuti kennani. Duuba Kalebuni balbala gosa Anaki sadeeni taani dira suni keesaa gusse.


Yoshuani eebaafi dubbi taanaani worra galche waan jed'eeni, waan horattani kanani worra keesaniti gala: loonifi qarsiifi worqifi sibiila diimafi guraachafi woya heddu argattani. Waan nyaapa keesani iraa boojitani oboleyaani teesaniini gaha. Inni jecha kana buufannaani worri kae gale. Musani yayu gosa Manase ta gariti lafa Yordani ilaboru kenne, ammo gosa Manase taani d'ibi Yoshuani yayu lafa galaana Yordaniti ila adu gosa d'ibi woliini kenneefi.


Akuma AABBO Waaqi Yoshuani jed'e, qooda lafa Yuda gama toko Kalebu ilma Yefune ka gosa Yudati kennani, lafti isaa qoodani Kiriath-Arba, yokhaani Hebroni (Arbaani abba Anaki)


Ammo anini tokoma ch'alla jaalad'a, ta aka sabaliisa nati mid'aadu. Haati isuma ch'alla qabdi, tanaafi guddo jaalatti iraa imbaatu. Nad'eeni ch'ufti isi laalte isi faarsite, nad'eeni hayyuutifi jallowani isaa ch'ufti sirba keesa isi faarsiti.


Jennaani Elini waan jed'eeni, Beni nagayaani gali Waaqi Israeli waan atini kad'atu kana sii kennina.


Akasi jennaani Yakobooni Farao eebise, Nagayaati jed'e biraa deeme.


Jennaani Yusufuuni abba isaa Yakobole Faraotiini d'ufe, Yakobooni Farao eebise.


Diri Hebroni haga arrale ka d'aloota Kalebu ilma Yefune ka gosa Keniziti, waan inni garaa tokooni AABBO Waaqa Israeliti saalfateefi.


Nu lafa worra Kerethi ta lafa Yuda bitaatifi lafa worra Kalebu haane dira Ziklagile gumne.


ka Hebronile, waan kana ch'ufa lafa isaafi jari isaa qara keesaa godaane erge.


Eegi suni Daudini waan Waaqaani jed'e, AABBO Waaqa d'aqe dira Yuda toko iti qubad'a? AABBO Waaqi waan jed'eeni, Beeni, d'aqi qubad'i. Daudini, Dira kami d'aqa jed'e gaafate. AABBO Waaqi waan jed'eeni, Hebroni d'aqi.


Nami Eleazari iraa bahe, ka d'aloota d'alootani woli gula d'alate kana: Finehasi, Abishua,


Biyyiti hedduni dira ufi keesa d'aatu oobru ufi teete. Worri gosa Yuda Kiriathi Arbaafi Debonifi. Yekabzeelifi ollowaani d'aatu jirtu keesa taa.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite