Yoshua 12:7 - KITAABA WAAQA7 Yoshuafi worri Israeli hayyoota ch'ufa ta lafa Yordani ila aduu, haga Baal-Gadi Lebanoni keesaa fuud'e gaara Halaki ka bita d'aatu lafa Edomuti, d'aabe ch'ufa dabsate. Inni lafa tana worra Israeliti gosa gosani gargari qoodeefi akanaani lafti sunini ta worraa taate. Gade chapit la |