Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Yoshua 11:9 - KITAABA WAAQA

9 Yoshuani akuma AABBO Waaqi isaani jed'e tolche: Fardoole worra mogolche gaari worrale gube.

Gade chapit la Kopi




Yoshua 11:9
6 Referans Kwoze  

AABBO Waaqi waan Yoshuani jed'e, Worra kana insodaatini, bori hojja tana anini ya worra harka Israelitini hobaase. Fardoole worra mogolcha gaari worrale guba.


Anini haasaa worraa keesa inseenu, yokhaani kora worraale ind'aqu, waan dallansu keesa nama ijeesani taba keesa sangoole mogolchaniifi.


Daudini askarti isaa nama kuma tokofi d'ibba torba ta fardatifi ammalle nama kuma diddama ta miilaani yaatu qaba. Inni farda gaari hirkisu ka d'ibba toko gahu lakise ka ira hafe ch'ufa nanaafise.


AABBO Waaqi Guddaani waan jed'u, Anini ya siti nyaape; amma gaari keesani ka fardi hirkisu inguba. Nama keesani ka duulaa lola keesati fit'ani; ammalle anini waan worri biyya ira saame ch'ufa iraa fuud'a. Waan irre teesani deebiani lafa keesati ind'agayani.


Inni waan jed'u woli had'u lakisa, aka anini AABBO Waaqa beekha. Gosa ch'ufafi lafa ch'ufa keesaleti na guddisani.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite