Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Yoshua 10:22 - KITAABA WAAQA

22 Jennaani Yoshuani waan jed'e goda suni d'akha afaani iraa gangalcha, hayyoota shanani suni natiini koota.

Gade chapit la Kopi




Yoshua 10:22
5 Referans Kwoze  

Jennaani Samuelini waan jed'e, Agagi hayyu Amaleki natiini koota. Jennaani Agagini ka nahe hollate lubbuuni d'ufte garaa ufi keesati bada, dooti akami nama d'ibdi? jed'u isa dura d'ufe.


Jennaani askartini ch'ufti nagayaani Makedati Yoshuati deebite. Nami lafa suni keesa jiru ka waan worra Israeli dubbatu tokoleeni injiru.


Duuba goda suni banani, hayyoota Yerusalemu, Hebroni, Yarmuthi, Lakishifi Egloni.


hayyu worra ch'alla jira qabani Yoshuatini d'ufani.


Jennaani Yoshuani waan jed'e, D'akhaye gugurdo afaani goda suniti gangalcha. Nama eegule iti tolcha;


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite