Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Yoshua 10:18 - KITAABA WAAQA

18 Jennaani Yoshuani waan jed'e, D'akhaye gugurdo afaani goda suniti gangalcha. Nama eegule iti tolcha;

Gade chapit la Kopi




Yoshua 10:18
8 Referans Kwoze  

Tanaafi kaani iti d'aabatani, d'akha awaala iti gangalchani kaani beesisa ira kayani, jabeesani askarti eeddu achiti lakisani.


Anini AABBO Waaqa, ka d'aatu fulla sorio iti qalani eju arge. Inni waan jed'e, Fiit'e utuba Mana Waaqaa d'ai, aka mikhikili balbalaa chochou. Utuba suni fiit'e iraa ch'ach'absi, aka fiit'eeni suni nama arti jiru ch'ufa ira jiddu. Duuba anini nama hafe kaani ch'ufa goraadeeni balleesa, tokoleeni na dura bahe imfiigu.


Nama nyeench'a baqate gorjamaani bahu fakaata! Yokhaani nama inni mana harkaani qabannaani bofi idde fakaata!


Guyya Waaqi namati dallane nama d'aanu, nami lubbu baasani ch'ubbicha ch'alla.


Jennaani Yoshuani waan jed'e goda suni d'akha afaani iraa gangalcha, hayyoota shanani suni natiini koota.


Duuba waan Yoshuani jed'ani, Hayyooti shanani taani ya mullate goda toko ka makeda keesati d'okhachuti jirti.


ammo isani artiti inhafina, nyaapa keesani dudda duubani reeba had'a; dira isaani seenu d'owa. AABBO Waaqi keesani yayu worra harka keesaniti kenne.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite