Yona 4:2 - KITAABA WAAQA2 Waaqa kad'ate waan jed'e, Ee AABBO Waaqa, wonti kunini waan anini gaafa qara worra kiyya jiru jed'eeniti? Wonti anini hurrise kae lafa Tarshishiti baqad'eefi suni! Anini imbeekha, aka atini Waaqa eebafi naasufi obsafi jaalala haga jirtu ind'umanne qabu, ka herega ufii jijire namaa nahu. Gade chapit la |