11 Anini dira Ninawi gudda kana, ka nama kuma d'ibba tokofi diddama ira jiru qabu, ka nami suni mirgafi bita imbeenne, ka inni hori heddule qabu, nahu himmalle?
Atini marra horii baafte, mukhale nama baafta; aka akasiini inni mid'aanifi daad'i isa gammachiiftuufi; d'aad'a inni ifsaatufi qit'a jabeenna isaa kennule ira argatu.
AABBO Waaqi waan jed'u, Koota, dubbi tana ilaala. Ato dabi keesani diimatele adi aka aanani tolchani, Ato inni aka male diimatele adi aka ch'aama tolchani.