Yona 2:9 - KITAABA WAAQA9 Ammo anini si faarse, sorio sii baase, waan siti kakhad'e ch'ufa guuta. Ka nama baasu AABBO Waaqa ch'alla! Gade chapit la |
qonqo gammadaatifi ta qilit'amatifi qonqo gammada ta guyya fuud'a, d'agayani. Qonqo nama waan galata baasani Mana kiyyaani d'ufe sirbule d'agayani. Worri waan jed'u, AABBO Waaqa gudda galata deebisa, inni dansa, jaalalti isaaleeni haga jiru jireenna teeti. Anini lafa tana eebise finna duri isiini qabdu kaani deebisaafi. Nami dubbi tana jed'e ana, AABBO Waaqa.