5 Bisaani nati baafatani, diquma na illiqimsiini; buuyooni bisaani keesati baatuleeni matati na mamarati.
Bisaaleeni na liqimsani, ufi sodaad'e waan lubbuuni na keesaa baatu ufi sehe.
Inni boola hamtu keesaa na baase, maansa anini keesa lit'e keesaa na fuud'e, d'akha gubbaa na d'aabe na jabeese.
Ammo hojja duula Yerusalemu marsu argitani, aka badiini isii d'iaate beekha.
Ee AABBO Waaqa, nyaapi kiyya ya heddate, kara kanke ka d'ugaati na qajeelchi, dandi tante naa diideesi.