Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Yona 2:3 - KITAABA WAAQA

3 Atini d'immu baariini qile keesa na buufte, ka bisaani gama ch'ufa na marsani, fach'aafi d'aawaani bisaani na gubbaa baate.

Gade chapit la Kopi




Yona 2:3
11 Referans Kwoze  

Bisaaleeni na liqimsani, ufi sodaad'e waan lubbuuni na keesaa baatu ufi sehe.


D'awani dua na marsite, bisaani nati fach'aani na balleesani.


Anini AABBO Waaqa jaalad'a, waan inni na ch'aqase, kad'acha tiyya naa d'agayeefi.


Inni hojja anini isaa yaamad'u ch'ufa na ch'aqasa.


Gaafa anini gaargala keesa jiru anini AABBO Waaqa yaamannaani inni na jalaa owaate.


Ka hunda boola suni jiru, ee AABBO Waaqa, anini siti bohe si kad'ad'e.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite