Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Yona 2:1 - KITAABA WAAQA

1 Duuba Yonaani, ka garaa qurt'umi taani keesa jiru, AABBO Waaqa ufii kad'ate waan jed'e:

Gade chapit la Kopi




Yona 2:1
12 Referans Kwoze  

Hojja worri na yaamatu anini jalaa owaad'a; hojja worri gaargala keesa jiru anini worraa wahelcha. Anini worra baase ulfinna kennaafi.


Anini abdi waan tokole inqabu, tanaafi ato Waaqi na ijeese ho? Anini insodaad'u amma ufi dubbad'a.


Ee AABBO Waaqa, atini gumi tante gaargalchite, worri aka male laalefate siti bohe.


Hojja gaargali isaniti d'ufu, na yaamad'a; anini d'ufe, isani baase, isanileeni na faarsitani.


Nami gaargala qabu jiddu teesani keesa jira? Ha Waaqa kad'atuuti. Nami gammada qabu jira? Ha faaru d'ahatuuti.


Anini deeme fulla tiyyati deebia, haga worri wollaala ufii arge na barbaaduti. Hegeri worri gaargala ufii keesa na barbaada.


Dareera suni bisaani keesaa d'udde, duuba anileeni sagale haranqeesani sii erga.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite