Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Yohana 9:6 - KITAABA WAAQA

6 Akasi jennaani, hanch'ufa tufe, biyye harkaani supe, d'oqe suni ila namicha suni dibe

Gade chapit la Kopi




Yohana 9:6
5 Referans Kwoze  

Namicha balla harka qabe, olla keesaa alati baase, ila isaa hanch'ufa iti tufe, harka ira kaye, Woma garta? jed'e gaafate.


Yesoni isa kobati gumi biraa fuud'e, quba ufi gurra isaa keesa kaye, hanch'ufa tufe, araba isaa tuqe,


Tanaafi anini si gorsa, Worqi qullo nara bitad'u, aka dureesa taatu. Booftale bitad'u, aka uyifatte qulla tante d'ossitu. Qorsa illale bitad'u, aka lafa gartu.


Gaafasi ballaani lafa arge, duudani wo d'agaye.


Inni waan jed'e, Namichi Yeso jed'ani kaani biyye supe, ila tiyya dibe waan naani jed'e, Siloamu d'aqi, fuula d'iqad'u. Tanaafi ani deeme d'iqad'e lafa arge.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite