Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Yohana 9:20 - KITAABA WAAQA

20 Worri isaa waan jed'e, Aka inni ilma keenna nu imbeenna, ammalle aka inni balla d'alatele imbeenna.

Gade chapit la Kopi




Yohana 9:20
3 Referans Kwoze  

Duuba waan jed'aniini, Kunini ilma keesani? Inni balla d'alate? Inni amma akamiini lafa arga re?


Ammo aka inni amma lafa argu nu imbeennu, nama ila isaa banele nu imbeennu; isa gaafad'a me, inni nama gudda, ufii dubbachu dandaa.


Yesoni abba isatiini waan jed'e, Ganna hagami akana tahe? Inni waan jed'eeni, Haguma ijoolluma isaati.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite