Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Yohana 9:19 - KITAABA WAAQA

19 Duuba waan jed'aniini, Kunini ilma keesani? Inni balla d'alate? Inni amma akamiini lafa arga re?

Gade chapit la Kopi




Yohana 9:19
5 Referans Kwoze  

Waan dubbatani d'abani, maro namicha fayyisani kaani, ka Petrofi Yohana bira eju, arganifi.


aka inni nama balbala Mana Waaqa ta Mid'aadu jed'ani dura tae woi kad'atu beennaani, waan inni tahe kana guddo mamani maadefatani.


Yahudiini aka inni duraani balla, amma ammo lafa arge d'ugefachu didde, haga abbaafi haad'a isaa gaafataniti.


Worri isaa waan jed'e, Aka inni ilma keenna nu imbeenna, ammalle aka inni balla d'alatele imbeenna.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite