Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Yohana 9:17 - KITAABA WAAQA

17 Ammalle namicha balla kaaniini maro lameeso waan jed'ani, atini namicha kanati ila naa bane jetta, amma waan isaa maani jetta?

Gade chapit la Kopi




Yohana 9:17
9 Referans Kwoze  

Biyyiti akheekha inni tolche suni arginaani waan jette, Kunini d'uguma raaga ka sila lafati d'ufu male!


Niitiini taani waan jetteeni, Aabbo, anini aka atini raaga yayu arge.


aka Waaqi Yeso Nazareti Lubbu Qulqullofi jabeennaani muude, isani imbeetani. Inni fulla ch'ufa dedeeme waan dansa tolche, nama Sheet'ani gaargalche ch'ufa fayyise, waan Waaqi isa woliini jiruufi.


Dubbi tana d'agaya, worra Israeli! Yeso Nazareti, nama Waaqi fohate, waan mamatiifi huji jabdufi akheekha Waaqi isa keesa tolcheeni isani agarsiise, aka isani beetani, waan wonti kunini jiddu teesani keesa taateefi.


Inni, Waan akami? jed'eeni. Worri waan jed'eeni, Waan Yeso Nazareti, ka waan tolchanifi waan dubbatanileeni raaga gudda tahe Waaqafi nama ch'ufa duraleti.


Gumiini taani waan jette, Inni raaga Yeso jed'ani, ka Nazareti Galilaya keesaa d'ufu.


Fulla suni, inni raaga aka kiyya kana isanuma keesaa isanii, baasa; isaa ch'aqasu maltani.


Farisayooni aka ilti isaa banamte ammalle isa gaafate. Inni waan jed'eeni, Inni d'oqe ila tiyya dibe, anini fuula d'iqad'e, duuba lafa arge.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite