Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Yohana 8:9 - KITAABA WAAQA

9 Worri d'ageennaani namu toko tokooni kae yae, qara jaaroleeni yaate, kaimilleeni gula yae. Yesoni koba hafe ka niitileeni achuma ejitu.

Gade chapit la Kopi




Yohana 8:9
22 Referans Kwoze  

Adabi worraa aka waan seeri fed'u garaa worraa keesati t'aafani agarsiisa. Qalbiini worraa aka wonti kunini d'uga agarsiifti, waan hojja gari heregi worraa worra himate hojja gari worraa dubbatufi.


atileeni imbeeta, aka maro heddu nama arabsite.


Yo heregi keenna wollaala nuti mure nu aka Waaqi herega keenna ira gudda ka ammalle waan ch'ufa beekhu imbeenna.


Ka d'iirafi nad'eeni wolbarate garayu wolintolfati jettu ufi ma tolchita? Atini ka waan harkaani boch'ani jibbite, maneeni waaqa isaani keesa wo hatta?


Yesoni oljennaani waan isiini jed'e, Intala, beeni si himate me? Tokoleeni wollaala siti imurre?


Yesoni ammalle dubbate waan worraani jed'e, Anini ifsa lafaati. Nami na gula d'ufu dukana keesa indeemu, ammo ifsa jireennaa argata.


Akasi jennaani nyaapi isaa ch'ufti ch'eere; gumiini ch'ufti waan dansa inni tolcheefi gammadde.


Nama na had'u ha dabsatani balleesani. Nama na gaargalchu fed'ule ha ch'eersani gurra balleesani.


Gaafa isani waan kana ch'ufa taatani anini afaani qabad'e, jennaani isani waan anini aka keesani jiru na seetani. Ammo ammatana anini isani gorse, dubbi tana ch'ufa diideese isanii mullisa.


Nama na ijeesuu fed'u ha dabsatani balleesaniti. Nama maro gaargala kiyyati gammadu ha dudda duubati deebisani ch'eersaniiti.


Gubbaani ch'ubbu isaa mulifte laafteeni isa himati.


gammadi nama ch'ubbicha gabaaba, gammachuuni nama Waaqa imbeenneleeni haguniti:


Isiini waan Eliyaani jette, Namicha Waaqa kana, anini maani yake ka atini akana na tolchitu! Atini ch'ubbu tiyya Waaqa qaabsifte akanaani ilma kiyya ijeesu d'ufte?


Ammalle hayyichi waan Shemeini jed'e, Waan hamtu atini abba kiyya Daudi tolchite aka dansaa beeta maro ch'ubbu sunitifi AABBO Waaqi si gaargalcha.


Lafti bariinaani inni Mana Waaqati deebie. Nami ch'ufti gara isaa d'ufe, duuba inni tae worra barsiise.


Jara Seera beekhufi Farisayooni niiti sharmut'iti toko ta ato isiini nama woliini raftu qabde isatiini d'ufte, jiddu biyyatiini geete,


Ammalle gajed'e, quba ufiitini lafa taraare.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite