Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Yohana 8:45 - KITAABA WAAQA

45 Ammo waan anini d'uga dubbad'uufi na d'ugefachu diddani.

Gade chapit la Kopi




Yohana 8:45
7 Referans Kwoze  

soba hedduuni worra badu soba. Maro d'uga worra baaftu jaalachu didaniifi badani.


Amma ya d'uga isaniti himnaani nyaapa keesani tahe?


Tanaafi Pilatoni, Atini hayyu re? jed'e gaafate. Yesoni waan jed'eeni, Atu hayyu ya naani jette. Maro waan kanatifi d'alad'e, maro waan kanatifi lafati d'ufe, aka waan kana d'ugeesu. Nami d'ugaa ch'ufti dubbi tiyya d'agaya.


Biyyiti dandeete isani injibitu, ammo na jibbiti, waan anini hameenna worraa himuufi.


Isani kana keesa eennuti anaa daba tolchu taka arge? Yo ani d'uga dubbad'e, isani maafi na ind'ugefanne?


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite