Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Yohana 8:17 - KITAABA WAAQA

17 Seera keesani keesa waan t'aafani, yo dubbi qorani keesa nami lama d'uga bahe, dubbini suni d'uga jed'ani.

Gade chapit la Kopi




Yohana 8:17
13 Referans Kwoze  

Nami toko ka nama woyake himu ingahu: yo nami lamafi; sadi himu male, wollaala nama suniti imurina.


Ammo hojja nami lamafi sadi aka inni hameenna suni keesa jiru hime yo suni ch'alla isaa ijeesu malani; ammo dubbi nama toko gula isaa ijeesu himmalle.


Nama Seera Musa didu ch'ufa naasu male ijeesani, eegi d'ugaani lamaa sadi, aka inni wollaala qabu himte.


Ammo yo inni si d'agayu d'ibaate, nama toko lama yaami, aka dubbini ch'ufti d'uga nama lama sadiini taatu.


Tanaafi gaafasi Seera suniti nu qorqorate, aka haga Kristoni d'ufuuti nu barsiisu, aka d'ugefachaani d'uga nuu heregani.


Marooni sadeeso ta anini imaltu gara keesani d'ufu tana. Kajellaani ch'ufti d'uga lama sadi qabaachu malte, akuma t'aafiini jettu.


Anini d'uga tiyya lama erga; isiini ch'arqi uyifatte guyya kunki tokotiifi d'ibba lamatiifi jaatama d'aamsa Waaqaa odeesiti jed'ani.


Isani worra Seera gula yau fed'u, anini wo gaafad'a: waan Seeri jed'u ind'ageetaniiyu?


Nu d'uga nami dubbatu ind'ugefanna; ta Waaqi jed'u hagasi ira jabduu, ammalle d'ugaani, inni waan Ilma isaa ya d'ugeese.


Duuba nama hamama lama isa d'aatu tetesisa, worri suni ha, Nabothini Waaqafi hayyule arabse jed'e biyyati himuti. Duuba dira keesaa baasa, d'akhaani d'aana ijeesa.


Wonti kunini ch'ufti aka dubbini Seera worraa keesati t'aafani ta, ufumaa na jibbani jettu guutamtu.


Yesoni waan worraani jed'e, Seera keesani keesati waan t'aafani Waaqi waan jed'e, Isaniini ch'uftinu Waaqoota.


Yoi nama nama ijeese ijeesani, yo nami lamafi sadi, inni ya nama ijeese jed'e hime ch'alla; himaansi nami toko, nami kunini ya nama ijeese jed'e ingahu.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite