Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Yohana 7:47 - KITAABA WAAQA

47 Isanileeni ya sobamtani?

Gade chapit la Kopi




Yohana 7:47
8 Referans Kwoze  

Guddo biyya keesati gungumani maro isatiifi, Nami gari waan jed'e, Inni nama dansa, hagi toko, Akasiiniti, ufuma nama soba jed'e.


Nu guddisani, nu ch'eersani; nu arabsani, nu faarsani. Kiyyibdoole nuuni jed'ani, ammo nu d'uga dubbanna;


waan jetteeni, Aabbo, nu aka namichi kiyyibaani suni gaafa jiru, Eegi guyya sadi anini duisa keesaa kaa jed'e, inqaabanna.


Amma soba Hezekiani tae isaniini balleesu kana ee injed'ina. Isa ind'ugeefatina! Waaqi gosa d'ibi taka worra ufi harka hayyu Ashuru jalaa imbaamne. Tanaafi Waaqi keesani kuninileeni dandae isani imbaasu!


haga anini lafa, lafa teesani fakaatu, ta mid'aanifi daad'i qabdu, ta qit'afi zabibu qabdu, ta d'ad'afi damma qabdu keesati isani qubsisuti. Yo waan inni fed'u tolchitani, isani indootani, injiratani. Dubbi Hezekia, ta inni, AABBO Waaqati nu baasa jed'e isani sobe suni ind'ugeefatina.


Inni waan jed'u, Hezekiani isani insobini. Inni dandae harka kiyya keesaa isani imbaasu.


Yesoni waan worraani jed'e, Isani maafi aada teesani gula yaatani akasiini seera Waaqa ch'absitani?


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite