Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Yohana 7:22 - KITAABA WAAQA

22 Musani ya isanii qabanqaba kenne (waan gara Musati baheniti ammo waan gara ababoota teesaniti bahe), duuba isani guyya Sabato qabanqaba namaa qabdani.

Gade chapit la Kopi




Yohana 7:22
6 Referans Kwoze  

Gyya saddeeteeso daima suni ha qabanqaba qabanifi.


Wonti anini jechu fed'u tana: Waaqi wold'aqisa tolche aka guutu kakhate. Seeri ka ganna d'ibba afuritifi sodoma eegi suni d'ufe dandae wold'aqisa balleesee kakhu Waaqa guutamu ind'owu.


Isaaqooni guyya saddeeti bule jennaani Abrahamuuni, akuma Waaqi jed'eeni kaani gula, isa qabanqaba qabeefi.


Duuba Waaqi aada wold'aqisa ta qabanqaba Abrahamuti kenne. Tanaafi eegi torbaani toko Abrahamuuni Isaaqo qabanqaba qabe; Isaaqoni Yakobo qabanqaba qabe, Yakoboleeni ilmaani isaa kud'ani lamaani qabanqaba qabe, ta gochiti teenna iraa horte.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite