Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Yohana 7:14 - KITAABA WAAQA

14 Jilti wod'akoomnaani Yesoni Mana Waaqa d'aqe nama barsiise.

Gade chapit la Kopi




Yohana 7:14
16 Referans Kwoze  

Ato Yesoni Mana Waaqa keesati nama barsiisuu jiru, inni qonqo olfud'ate waan jed'e, Isani d'uguma na beetani? Ammalle fulla anini bahefile imbeetani? Anini ufiini ind'umne, taatule Waaqi na erge ka d'ugaati, isani isale imbeetani.


Inni guyya ch'ufa mana Waaqa keesati barsiisuu jira. Qaalole gugurdofi jara Seera beekhufi jaaroleeni gugurdoleeni kara isaani ijeesani barbaadani.


Yesoni waan jed'eeni, Anini diideese nama ch'ufaati dubbad'e, anini guyya ch'ufa maneeni Waaqa iti kad'ataniifi Mana Waaqa gudda keesaleti fulla Yahudiini iti wolwoldeetuti barsiise, d'ossaani woma indubbanne.


Lafti bariinaani inni Mana Waaqati deebie. Nami ch'ufti gara isaa d'ufe, duuba inni tae worra barsiise.


Guyya eege, ka jila suni jaba, Yesoni olejate lalabe waan jed'e, Nami yo d'eebote, gara kiyya d'ufe bisaani ha d'ugu.


jilti Yahudi ta Hoosa jed'ani d'iaatte.


Eegi suni Yesoni namicha kaani Mana Waaqa keesati arge waan jed'eeni, Me ilaali, la fayyite. Iti deebite daba intolchiini, aka waan hagana ira hamtu inarganne.


Hojuma suni Yesoni gumiti dubbate waan jed'e, Maafi sheeftifi bokuuni d'uftani na qabdani, aka waan anini shifta tahe. Guyya ch'ufa anini Mana Waaqa keesa tae nama barsiise, ammo gaafasi na inqamne.


Yesoni Mana Waaqa olseene, worra keesati woi bitatufi ka gurguratu had'e, mesa worra hori jijirutiifi barch'uma worra sabaliisa gurguru ch'ufa garagalche


AABBO Waaqi Guddaani waan jed'u, Anini ergattu tiyya erga, ta kara naa mid'aasitu. Duuba AABBO Waaqi ka isani barbaaddani tassa Mana isaa ka eebati d'ufa. Ergattuni isani guddo eeddani d'ufte, wold'aqisa kiyya odeesiti.


Guyya lameeso jiboota koromi kud'ani lamafi elemiye lama, ammalle elemiye ilmoole hoola kud'ani afuri, ta ganna toko, ta kamu aabo womatu inqamne, baasa.


Guyya sadeeso, jiboota koromi kud'ani tokofi, elemiye lama, ammalle elemiye ilmoole hoola kud'ani afuri, ta ganna toko, ta kamu aabo womatu inqamne, baasa.


Dubbi tana Yesoni mana hori keesati olkayani keesati jed'e, ato Mana Waaqa keesati wo barsiisu. Nami tokoleeni isa inqamne waan guyyaani isaa qara ingayiniifi.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite