Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Yohana 7:12 - KITAABA WAAQA

12 Guddo biyya keesati gungumani maro isatiifi, Nami gari waan jed'e, Inni nama dansa, hagi toko, Akasiiniti, ufuma nama soba jed'e.

Gade chapit la Kopi




Yohana 7:12
20 Referans Kwoze  

Farisayo keesa nami gari waan jed'e, Namichi kunini, ka waan kana tolche, gara Waaqaati ind'umne, maro inni seera Sabato inguunneefi. Ammo ka gari waan jed'e, Nami daba qabu akami dandae waan akana kana tolcha? Jennaani gargari bahani.


Isanileeni ya sobamtani?


Farisayooni gumi waan kana gungumtu d'ageete jennaani qaalole gugurdo woliini askarti isa qabdu ergite.


Waan ch'ufa dubbifi gungumsu male tolcha,


Waan guddo d'ibaati, aki nami maro nama d'ugatiifi duu. Hegeri nami toko maro nama dansaatiifi ufi baase dua.


Barnabani nama dansa, ammalle Lubbu Qulqullofi d'ugefacha qaba. Nami hedduuni Aabbooti darame.


Worri waan jed'eeni, Atileeni nama Galilayati? T'aafi keesa barbaadi, ilaali, Galilaya keesa raagi imbahu. [


Biyyiti akheekha inni tolche suni arginaani waan jette, Kunini d'uguma raaga ka sila lafati d'ufu male!


Nama toko jira ka Yusufu jed'ani. Inni nama dansa, ka d'uga, ka kora worra ke jiru,


Guddaani askarti waan tahe arginaani Waaqa faarse waan jed'e, D'uguma namichi kunini nama d'ugaati!


Yesoni waan jed'eeni, Maalifi dansa naani jetta? Nami dansaani tokoleeni injiru, Waaqa male.


Nami ch'ufti bakhakhe Waaqa faarse waan jed'ani, Raagi guddaani yayu jiddu teennaa gadibahe: Waaqi la gumi ufiti mullate.


Nami dansaani dansooma garaa ufi keesa jiru keesaa waan dansa baasa; nami hamaleeni hameenna garaa ufi keesa jiru keesaa waan hamtu baasa. Wonti akanatiifi waan garaa jira arabi dubbata.


waan jetteeni, Aabbo, nu aka namichi kiyyibaani suni gaafa jiru, Eegi guyya sadi anini duisa keesaa kaa jed'e, inqaabanna.


isa qabu fed'ani, ammo gumi sodaatani, ta Yeso raaga seete.


Nami woi baratu, yo akuma nama isa barsiise tahe yokhaani garbichileeni yo aka abba ufi tahe ya taateefi. Yo abba worraatiini Beelzebuli jed'ani, worra mana maqa hagasi ira hamatiini yaamani!


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite