Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Yohana 6:59 - KITAABA WAAQA

59 Dubbi tana Yesoni mana Waaqa iti kad'atani keesati jed'e, ato Kapernaumu keesati barsiisu.

Gade chapit la Kopi




Yohana 6:59
8 Referans Kwoze  

Gumiini aka Yesofi jari isaa achi injirre arginaani, hobolo duude Kapernaumu d'at'e Yeso barbaadani.


Yesoni waan jed'eeni, Anini diideese nama ch'ufaati dubbad'e, anini guyya ch'ufa maneeni Waaqa iti kad'ataniifi Mana Waaqa gudda keesaleti fulla Yahudiini iti wolwoldeetuti barsiise, d'ossaani woma indubbanne.


Jennaani Yesoni dira Kapernaumuti gadi bue, diri suni lafa Galilaya ke jira; guyya Sabato, ato inni worra barsiisuu jiru,


Yesoni Galilaya ch'ufa keesa dedeeme Maneeni Waaqa iti kad'atani keesati nama barsiise, Odu Dansa ta Finna odeese, d'ukubafi miid'ama gosa ch'ufa nama fayyise.


Hobolo duude Kapernaumuti dachaae. Eegi lafti dukanooftele Yesoni worra ind'aqamne.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite