Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Yohana 6:56 - KITAABA WAAQA

56 Nami fooni kiyya nyaate d'iiga kiyya d'ugu na keesa taa, anileeni isa keesa taa.

Gade chapit la Kopi




Yohana 6:56
16 Referans Kwoze  

Guyya suni aka anini Abba keesa jiru, ka akuma anini isani keesa jiru ka isanileeni na keesa jirtani beetani.


Nami seera Waaqa gula deemu ch'ufti Waaqa keesa jira, Waaqileeni isa keesa jira. Kara kanaani aka Waaqi nu keesa jiru beenna, waan inni Lubbu ufi nuu kenneefi.


Ch'aqasi! Anini balbala dura eje d'ad'au jira; yo nami qonqo tiyya d'agaye na bane, anini iti olseene, isa woliini nyaad'a, innileeni na woliini nyaata.


Yesoni waan jed'eeni, Yo nami na jaalate dubbi tiyya guuta, Abbaani kiyyaleeni isa jaalata, ammalle nu isati d'umne fulla isaa teenna.


Waan atini AABBO Waaqa gudda qarqaarsafi siida atini iti baqatu tolfateefi,


Nami taka Waaqa arge injiru; yo nu woljaalanne Waaqi nu keesa jira, jaalalti isaa nu keesati qit'oomti.


Mani Waaqa, waan harkaani boch'ani ka worri Waaqa imbeenne kad'atuuni wolintaani? Nu Mana Waaqa jiruuti! Akuma Waaqi ufiini jed'e, Anini mana kiyya worra woliini jaarad'e worra woliini taa, anini Waaqa worraa tahe, worrileeni gumi tiyya taha.


aka Kristoni, garaa keesani keesati qubatu, maro d'ugefachatiifi. Anini inkad'ad'a, aka hiddafi yayabi keesani jaalala keesa tau,


AABBO Waaqa male woma inqabu, tanaafi isa heregad'a.


Nami AABBO Waaqati baqate, qarqaarsa isa iraa fed'atu,


Ee AABBO Waaqa, atini haguma duriti, fulla nu iti gallu nu taate.


Wonti akanatiifi fooni kiyya sagale d'ugaati, ammalle d'iigi kiyyaleeni liqimsaa d'uga.


Wonti isani haguma duriiti d'ageetani ha isani keesa teetu. Yo wonti isani haguma duriiti d'ageetani isani keesa teete, isani Ilmaafi Abba keesa teetani.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite