Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Yohana 6:49 - KITAABA WAAQA

49 Ababooti teesani ta sagale manna jed'ani lafa gamooji keesati nyaate, amma ya raawatte.

Gade chapit la Kopi




Yohana 6:49
8 Referans Kwoze  

Ato isani waan kana ch'ufa aka dansa beetanile, anini aka Aabbooni gosa Israeli lafa Misiri keesaa baase, ammo eegi suni worra isa ind'ugefatiini ch'ufa balleese isani qaabsiisu fed'a.


Kunini qit'a gubbaa gadi d'ufe, ka aka ababooti teesani nyaatte dooteetiiniti. Nami qit'a kana nyaatu haga hegerile induu.


Ababooti teenna sagale ta Manna jed'ani lafa gamooji keesati nyaatte, akuma t'aafiini jettu, Inni qit'a gubbaa worraa kenne.


Ababooti teesani suni meeti? Raagootileeni haga jiru jireenna inteeti?


AABBO Waaqi qara waan jed'e, Worri kuni ch'ufti lafa aloo tana keesati duani jed'e. Duuba Kalebu ilma Yefunetifi Yoshua ilma Nuni male tokoleeni inhamne.


Nami gurra qabu waan Lubbuuni gumiini jettu ha d'agayu! Nama dabsatu anini sagale manna jed'ani ta d'ossani kennaafi. Ammalle ch'abbi adi ta maqa hareesa irati t'aafani, ka nama argatu male nami d'ibiini imbeenne kennaafi.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite