Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Yohana 6:43 - KITAABA WAAQA

43 Yesoni waan jed'eeni, Ufi keesati ingungumiina.

Gade chapit la Kopi




Yohana 6:43
7 Referans Kwoze  

Waan tokole dandaani Waaqa ind'ossani. Wonti lafa keesa jira ch'ufti ila isaa dura jirti; isa durati waan keenna ch'ufa himachu malle.


Ammo isani nami gari ind'ugefattani. Wonti akanatiifi haguma qara Yesoni nama isa ind'ugefanneefi ka isa gurguru imbeekha.


Yesoni aka worri isa gaafachu fed'u beennaani waan jed'eeni, Waan anini jed'e suni wolgaafattani? Ta, Eegi bulti diqo na inargitani, ammalle, Eegi bulti diqo deebitani na agartani jed'e suni?


Kapernaumu geennaani, ato mana keesa jiru, inni worra gaafate, Kara keesati maani wolhasooftani? jed'e.


Yesoni waan kana beennaani waan jed'eeni, D'ugefachaani teesani waan diqo. Maafi hasooftani, Nu qit'a inqamnu jettani?


Worri waan jed'e, Namichi kunini Yeso, ilma Yusufu, ka nu abbaafi haad'a isaa beennuuniti? Inni akami ammatana, Anini gubbaa gadi d'ufe ufiini jed'a?


Nami tokoleeni dandae nati ind'ufu, yo Abbaani na erge nati hirkise male; anini guyya muumme duisa keesaa kaasa.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite