Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Yohana 6:34 - KITAABA WAAQA

34 Worri waan jed'eeni, Aabbo, qit'a kana guyya ch'ufa nuu kenni.

Gade chapit la Kopi




Yohana 6:34
4 Referans Kwoze  

Niitiini suni waan jetteeni, Aabbo, bisaani kana naa kenni, aka ind'eebonne, yokhaani aka deebie arma d'ufe bisaani iworaamne.


Yesoni waan worraani jed'e, D'uguma, waan anini isaniini jed'u, wonti na barbaaddaniifi waan akheekha argitaniniti, ammo maro qit'a nyaattani quuftaniifi.


Nama hedduti jira ka Waaqa kad'ate, Ee AABBO, nu eebisi nu nahi jed'u.


Maqaani Waaqa Abbaani Aabo keenna Yeso Kristo ha eebifamuuti, aka anini inkiyyimne inni imbeekha.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite