Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Yohana 6:24 - KITAABA WAAQA

24 Gumiini aka Yesofi jari isaa achi injirre arginaani, hobolo duude Kapernaumu d'at'e Yeso barbaadani.

Gade chapit la Kopi




Yohana 6:24
11 Referans Kwoze  

Hobolo duude Kapernaumuti dachaae. Eegi lafti dukanooftele Yesoni worra ind'aqamne.


isa arginaani waan jed'aniini, Nami ch'uftumaani si barbaaduu jira.


Yesoni waan isiini jed'e, Intala, maafi boota? Eennu barbaadda? Isiini nama oobru eegu isa seete waan jetteeni, Aabbo, yo atini isa armaa fuute, fulla isa keete nati himi, d'aqe isa fuud'a.


Yahudiini jila keesa isa barbaadde waan jette, Inni me?


Dubbi tana Yesoni mana Waaqa iti kad'atani keesati jed'e, ato Kapernaumu keesati barsiisu.


Taatule hobolooni d'ibiini Tiberia baate, fulla worri qit'a Aabbooni eebise iti nyaate d'ufte.


Yesoni moga galaanati deebinaani, gumiini Waan qara isa eegu jirtuufi isa arginaani gammade.


Galaana taakinaani, lafa Genesaretiti d'ufani, hobolo lafa goddu afaani galaanati hid'ani.


Galaana taakinaani lafa Genesareti d'ufani.


Yesoni waan worraani jed'e, D'uguma, waan anini isaniini jed'u, wonti na barbaaddaniifi waan akheekha argitaniniti, ammo maro qit'a nyaattani quuftaniifi.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite