Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Yohana 6:17 - KITAABA WAAQA

17 Hobolo duude Kapernaumuti dachaae. Eegi lafti dukanooftele Yesoni worra ind'aqamne.

Gade chapit la Kopi




Yohana 6:17
6 Referans Kwoze  

Hojuma suni Yesoni ato gumi ufiraa galchu, waan Jara isaatiini jed'e beena hobolo duuda na dura gama galaana gara dira Bethsaida taaka.


Jennaani Yesoni dira Kana ka Galilayati deebie, fulla inni bisaani iti daad'i tolche. Jaallaba tokoti jira, ka ilmi isaa fayya d'abe, Kapernaumu keesa.


Eegi waan kana inni Kapernaumuti gadi bue, isaafi haad'a isaatiifi oboleyaani isaatiifi jari isaaleeni bulti diqo toko achi taani.


D'awaani galaana d'ufte, bubbeeni guddo bubbifte.


Dubbi tana Yesoni mana Waaqa iti kad'atani keesati jed'e, ato Kapernaumu keesati barsiisu.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite