Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Yohana 6:15 - KITAABA WAAQA

15 Jennaani Yesoni aka worri isa qabe, irreeni hayyu tolchu fed'u beennaani, worra biraa kae gara gaara koba ufi deeme.

Gade chapit la Kopi




Yohana 6:15
14 Referans Kwoze  

Yesoni waan jed'eeni, Hayyumti tiyya ta lafa tanaatiiniti; yo sila hayyumti tiyya ta lafa tanaa taate, hojattuuni tiyya naa kalchiti, aka anini harka Yahudi keesa inseene. Ammo hayyumti tiyya ta armatiiniti.


Waan jed'ani, Ee Waaqa hayyu maqa Waaqatiini d'ufu eebisi! Nagayafi guddinni Waaqa gubbaa ha tahu!


Nami isa dura jiruufi ka isa duuba yauleeni waan jed'ani, Waaqa faarsa, Nami maqa Aabbootiini d'ufu la eebifame!


Waan tokole dandaani Waaqa ind'ossani. Wonti lafa keesa jira ch'ufti ila isaa dura jirti; isa durati waan keenna ch'ufa himachu malle.


Anini guddinna nama iraa imbarbaadu.


Yesoni gaara toko kore, jara ufi woliini achi tae.


Yesoni gumi arginaani gaara kore gubba tae. Jennaani jari isaa gara isaa d'ufe,


Boriyya, gumiini guddooni ta gama galaanati hafte, aka hobolooni toko ch'allaani achiti hafte argite. Aka Yesoni jara ufi woliini hobolo inseeniini, ammo aka worri isa biraa yae hubatani.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite