Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Yohana 6:11 - KITAABA WAAQA

11 Jennaani Yesoni qit'a shanaani kaani guure, eebise, biyya teteetuti kenne, akasuma qurt'umile haga fed'ani worra kenne.

Gade chapit la Kopi




Yohana 6:11
13 Referans Kwoze  

Taatule hobolooni d'ibiini Tiberia baate, fulla worri qit'a Aabbooni eebise iti nyaate d'ufte.


waan ch'ufa keesati galata deebisa. Wonti Waaqi isani ira fed'u tana, jireenna keesani ka Kristo keesa jiru.


Nami guyya toko jaba sehu maro Aabbootiifi seha; nami waan ch'ufa nyaatuleeni maro Aabbootiifi nyaata, waan inni ato sagale suni inyaatini Waaqa galata deebisuufi. Nami sagale gari nyaachu diduleeni maro Aabbootiifi dida, innileeni Waaqa galata deebisaafi.


qit'a torbaanifi qurt'umi guure, eegi galata deebise ch'ach'abse, jara isati kenne. Jari biyya dura naqe.


Worra woliini sagale nyaatani tataani, jennaani qit'a fuud'e eebise, ch'ach'abse qoode.


Duuba waan tolchitani ch'ufa, yo nyaattani d'uuddanile, maro guddinna Waaqaatiifi tolcha.


Eegi inni akana jed'e, inni qit'a fuud'e, galata Waaqaa deebise, worra ch'ufa durati ch'abse nyaate.


Gurba tokoti arma jira, ka qit'a garbu shanifi qurt'umi lama qabu. Ammo tunini maani baati nama hagana gahu kana?


Lafa godduni baanani ibida ch'ile qabu, qurt'umi ibida ira kayanifi, qit'ale argani.


Yesoni waan worraani jed'e, Qurt'umi reefu qabdani armaani koota.


Yesoni d'ufe, qit'a fuud'e worraati kenne; qurt'umile akasuma kenne.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite