Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Yohana 5:21 - KITAABA WAAQA

21 Akuma Abbaani nama due kaase jiraachisu, Ilmileeni akasuma nama fed'u jiraachisa.

Gade chapit la Kopi




Yohana 5:21
14 Referans Kwoze  

Yo Lubbuuni Waaqaa ta Yeso duisa keesaa kaafte isani keesa jiraatte, yoosi ka Yeso duisa keesaa kaase nafa keesanile jireenna inkenna, Lubbuuni isaa ta isani keesa jirtuuni.


Me amma ilaala, Waaqi d'uga ana, ka d'ibiini injiru. Anini ijeese jireesa, madeese fayyisa, nami tokoleeni na indabsatu.


Yesoni waan jed'eeni, Ka kaasufi ka jiraachisu ana; nami na d'ugefatu, yo duele, injiraata.


Isii, isani Yahudi, aka Waaqi nama due kaasu maafi ind'ugefanne?


Atini humna nama ch'ufa ira ya isaa kennite, aka inni nama ch'ufa ka atini isaa kennite jireenna hegeri kennuufi.


Hayyichi Israeli tatabe suni soome jennaani laalefate, woya tatarsaase waan jed'e, Hayyichi Shamu akami nama kana fayyisi nani jed'a? Inni Waaqa na seha, ka nama ijeese yokhaani jireesu? Wonti kunini aka inni dubbi naraa barbaadu diiduma keesa garsiifti.


Jennaani Eliyaani maro sadi gurba gubati dirirfate Waaqa kad'ate waan jed'e, Ee AABBO Waaqa kiyya, gurba kana lubbu iti deebisi!


Wonti nama jiraachisa Lubbu Waaqaa; fooni woma imbahani. Dubbini anini isaniti hime Lubbufi jireenna.


Wonti akanatiifi t'aafiini waan jettu: Nama qara, Adamu, nama jiru uumani; ammo Adamuni muumme lubbu jireenna namaa kennitu.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite