Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Yohana 4:15 - KITAABA WAAQA

15 Niitiini suni waan jetteeni, Aabbo, bisaani kana naa kenni, aka ind'eebonne, yokhaani aka deebie arma d'ufe bisaani iworaamne.

Gade chapit la Kopi




Yohana 4:15
11 Referans Kwoze  

Worri waan jed'eeni, Aabbo, qit'a kana guyya ch'ufa nuu kenni.


Worri waan nafa gula yau waan nafa herega. Worri waan Lubbu gula yau waan Lubbu herega.


Wonti akanatiifi gatiini daba duisa; ammo toli Waaqa jireenna hegeriiti, maro Kristo Yeso Aabbo keennatiifi.


Yesoni waan worraani jed'e, D'uguma, waan anini isaniini jed'u, wonti na barbaaddaniifi waan akheekha argitaniniti, ammo maro qit'a nyaattani quuftaniifi.


Nama hedduti jira ka Waaqa kad'ate, Ee AABBO, nu eebisi nu nahi jed'u.


Ammalle nu imbeenna aka Ilmi Waaqa d'ufe hubacha nuu kenne, akasiini aka Waaqi d'ugaa beenna. Nu Waaqa d'ugaa keesa jira, Ilma isaa Yeso Kristo keesa. Waaqi d'ugaa kana, jireenni hegerileeni kana.


Yo kad'attanile inargattani, wonti akanatiifi heregi keesani hama, waan isani gammachiisa ch'alla kad'achu feetani.


Ammo nami Lubbu Waaqa inqamne dandae kenniti Lubbuuni Waaqa namaa kennitu inargatu. Inni dandae inhubatu, woma tokole iti imfakaatu; wonti akanatiifi nama Lubbu Waaqa qabu ch'allati dandae hubata.


Yesoni waan isiini jed'e, Beeni, d'aqi, d'iirsa ke yaami, armaani kooti.


Yesoni waan jed'eeni, Qit'aani jireenna ana. Nami gara kiyya d'ufu imbeelau, ammalle nami naa d'ugefatu diqole ind'eebotu.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite