Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Yohana 21:5 - KITAABA WAAQA

5 Jennaani Yesoni waan jed'eeni, Isii d'iiro, waan nyaatani qabdu? Worri, Inqamnu jed'e.

Gade chapit la Kopi




Yohana 21:5
10 Referans Kwoze  

Waaqi kiyya, durooma Kristo Yeso keesa jiru ch'ufaani waan isani feetani ch'ufa isani kenna.


Anini isanii t'aafa, abbooti, waan isani nama haga duriiti jiru beetaniifi. Anini isanii t'aafa, kaima, waan isani woni hama suni dabsattaniifi.


D'araa hori gula imbadiina; waan qabdani sifefad'a. Wonti akanatiifi Waaqi waan jed'e, Anini haga jiru isani illakisu; haga jiru isani biraa indeemu.


AABBO Waaqa d'ugeefad'i, waan dansaa tolchi; lafale nagayaani keesa tai.


Ijoolle tiyya, muummeeni ya d'iaatte! Aka nyaapi Kristo d'ufu ya isaniti himani; nyaapi Kristo hedduuni amma yayu mullate, tanaafi aka muummeeni d'iaate imbeenna.


Lafti galgaloomnaani jari Yeso gara isaa d'ufe waan jed'eeni, Fullaani tunini lafa alooti, aduuni ya d'iite, biyya galchi, ha yaani ollowaani keesa deemani sagale bitatani.


Inni kae ufi bira millate qit'afi sorora bisaani d'aatu mata ufiti arge, nyaate, d'uge deebie gach'iise.


Worri qurt'umi didiqo toko qaba. Yesoni eebimnaani, jara isatiini, Tanale biyyaa kenna jed'e.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite