Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Yohana 21:24 - KITAABA WAAQA

24 Kunini nama waawaawaan kana d'ugeesu, ka waan kana t'aafe; aka dubbini isaa d'uga nu imbeenna.

Gade chapit la Kopi




Yohana 21:24
5 Referans Kwoze  

Nami waan kana arge la d'ugeese, dubbini isaa d'uga. Aka d'uga dubbatule inni imbeekha, aka isanileeni d'ugefattani.


Isanileeni na d'ugeesitani, waan haguma duri na woliini jirtaniifi.


Nami ch'ufti waan Demetrio dansa dubbata; d'ugaleeni waan isaa dansa dubbatti. Nuleeni d'uga teenna iti dara, atini aka wonti nu jennu d'uga imbeeta.


Yeso Kristoni d'iigafi bisaaniini d'ufe. Inni bisaani ch'allaani ind'umne ammo bisaanifi d'iigaani d'ufe. Aka wonti kunini d'uga Lubbuleeni yayu himte, maro Lubbuuni d'ugatiifi.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite