Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Yohana 20:30 - KITAABA WAAQA

30 Yesoni akheekha d'ibi heddu jara ufi durati tolche, ka kitaaba kana keesati int'aafini.

Gade chapit la Kopi




Yohana 20:30
10 Referans Kwoze  

Ammalle waan heddu d'ibiti jira ka Yesoni tolche. Yo sila ch'ufa t'aafani, mala kiyya, laftileeni kitaaba hagasi ch'ufa dandeete imfuutu.


Wonti anini waan kana isanii t'aafuufi, aka isani aka jireenna hegeri qabdani hubattani — isani worri Ilma Waaqa d'ugefatu.


Wonti kunini ch'ufti aka nama d'ibi akheekha taatuufi taate, ammalle aka nu gorsanifi t'aafani. Wonti akanatiifi nu bara muummeeni d'iaate keesa jirra.


Wonti akanatiifi waan t'aafi keesati t'aafani ch'ufa aka nu barsiisaniifi t'aafani, aka nu abdi maro jabeennaafi obsa t'aafiini nuu kennitu argannu.


Akheekhi kuni ka qara Yesoni, dira lafa Galilaya, ka kana jed'ani keesati tolche. Achiti guddinna ufi agarsiise, jari isaa isa d'ugefate.


Gumiini guddooni isa gula yaate, waan akheekha inni namaani fayyise argiteefi.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite