Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Yohana 20:29 - KITAABA WAAQA

29 Yesoni waan jed'eeni, Atini na arginaani d'ugefatte? Ayyaana worra ka ato inargiini d'ugefatu jed'e.

Gade chapit la Kopi




Yohana 20:29
10 Referans Kwoze  

Isani, ato isa inarginile, isa jaalatani, ato amma ilaani ingarrele isa d'ugefatani tanaafi gammada gudda dubbini dandeete imullimneeni qilit'amtani.


Wonti akanatiifi jireenni keenna waan d'ugefachaati, waan ilaani arganiiniti.


D'ugefacha jechaani aka waan heregataniifi waan ilaani ingarre d'uga iti qabaatani.


D'ugefachaani Musani kae, lafa Misiri keesaa deeme, dalansu hayyu sodaachu dide. Inni iti deebiu dide, aka waan Waaqa ka imullanne argu.


La si eebisani, waan atini aka dubbini Aabbooni siti hime guutamtu d'ugefatteefi.


Jennaani Yesoni waan jed'eeni, Yo isani akheekhafi waan mama argitani male, diqole ind'ugefattani.


Jennaani namichi kaleeni, ka durati awaala gahe, keesa seene arge d'ugefate.


Worri kunini maro d'ugefacha ufitiifi maqa dansa argate! Ammo waan Waaqi kakhateefi inarganne,


Ammo ayaana keesani ka ilti teesani lafa gartu, gurri keesanileeni woi d'agayu.


Tomasoni, Aabbo kiyyafi Waaqa kiyya! jed'eeni.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite