Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Yohana 20:21 - KITAABA WAAQA

21 Jennaani Yesoni ammalle waan jed'eeni, Nageenni isani bad'aad'a? Akuma Aabbooni na erge anileeni isani erga.

Gade chapit la Kopi




Yohana 20:21
20 Referans Kwoze  

D'uguma, waan anini isaniini jed'u, Nami nama ani ergu fud'ate, nale ya fud'ate; ammalle ka na fud'atu nama na erge fud'ata.


Waaqi Ilma ufi aka wollaala namati muru lafati inergine, ammo aka nama baasuufi erge.


Ammo eegi Lubbuuni Qulqullooni isani ira buute jabeenna argattani, Yerusalemufi Yudeafi Samaria keesafi haga muumme lafale ch'ufa na d'ugeesitani.


Dubbi tiyya ta anini si durati nama barsiise heddu nama atini d'ugefattu, ka dandae nama d'ibile barsiisuti kenni.


Nami isani d'ieesu, na d'ieesa; nami na d'ieesu nama na erge d'ieesa.


Kuno, anini aka ilmoole hooliye jiddu yaiti isani erga. Tanaafi aka bofa qaro taha, ammalle aka sabaliisa nagayaani taa.


Nagayaani taa, nagayaa kiyya isanii kenna, aki anini isanii kennu aka nami lafa woli kennuniti, garaa keesani keesa gaargaltani insodaatiina.


Oboleyaani tiyya ta Kristiana, Waaqi ya isanile yaame! Yeso ka Waaqi erge, aka Qaallu Gudda d'ugefacha teenna tahu, ilaala.


Galgaluma guyya suni, guyya qara ka torbaani suni fulla jari ergattuuni Yeso jiru ka maro soda Yahuditiifi balbalti ch'ufaansa qaabdu Yesoni d'ufe, jiddu worra keesa eje waan jed'eeni galchuumi isani nagayaa?


Ato worri waan kana hasau, Yesoni jiddu worraa ejate waan jed'eeni, Galchuumi isani nagaya?


Akasi jennaani, inni hafuura ufi worraa kenne waan jed'eeni, Lubbu Qulqullo argad'a.


Eegi torbaani toko, ka jari isaa ammalle mana keesa jiru, Tomasoleeni achi jira. Balbalti ch'ufaansa qabdi, ammo Yesoni d'ufe, jiddu worraa keesa eje waan jed'eeni, Galchuumi isani nagaya?


haga inni gubbati oldeebie. Ato gubbati oliindeebiini, inni jabeenna Lubbu Qulqullotiini jara qara fohate ergattu tolfateti d'aame.


La heregad'e aka d'iotu si argu, yoosi wolhasoomna.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite