Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Yohana 20:18 - KITAABA WAAQA

18 Mariamu Magdalene gara jara isaa d'at'e, Anini yayu Aabbo arge jetteeni, ammalle waan inni isiini jed'e worrati himte.

Gade chapit la Kopi




Yohana 20:18
7 Referans Kwoze  

Nad'eeni ergattuti himte Mariamu Magdalenefi Yoanafi Mariamu haad'a Yakobotifi nad'eeni d'ibi ta worra woliini jirtu.


Yesoni waan jed'eeni, Insodaatiina, d'aqa oboleyaani tiyyaani, Galilaya d'aqa achiti na argani jed'a jed'e.


Guyya qara ka torbaani suni, Mariamu Magdalene, ato lafti imbariini, ganamaani gara awaala d'at'e, d'akha awaala ira gangalchani argite.


Nad'eeni suni keesaa, Mariamu Magdalenefi Mariamu haad'a Yakobotiifi Yusufufi haad'a ilmaani Zebedayoti jira.


D'aatu maskali, haad'a Yesotiifi arera isatiifi Mariamu niiti Kleopatiifi Mariamu Magdaleneeti ejaanje.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite