Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Yohana 2:3 - KITAABA WAAQA

3 Daad'iini hobaanaani, haati Yeso, Worri daad'i inqabu jetteeni.

Gade chapit la Kopi




Yohana 2:3
8 Referans Kwoze  

Waan tokole inqulqulliina, ammo kad'acha teesani ch'ufa keesati waan feetani ch'ufa Waaqa kad'ad'a guyya ch'ufa galata Waaqaa deebisa.


Oboleyaani isaa nama Yesoti ergite waan jetteeni, Aabbo, ilaali, jaali kanke kaani fayyaaniti.


Kunini d'iiga kiyya ka wold'aqisa haraa, ka nama hedduu jissani, aka daba nama araaramani.


Dira keesa farso d'abani nami iyyaa yaa; gammadi ya lafa keesaa bade, deebie indeebiu.


Jilti nama gammachiifti, daad'ileeni nama macheesiti, ammo waan kana lachu beesa male inargatani.


Yesofi jara isale fuud'aa yaamani.


Yesoni waan jed'eeni, Ayo, atini maani nara qabda? Hojjaani tiyya ingeenne.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite