Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Yohana 19:37 - KITAABA WAAQA

37 Ammalle t'aafiini d'ibiini waan jettu, Biyyiti namicha woraanani daawatti.

Gade chapit la Kopi




Yohana 19:37
3 Referans Kwoze  

Anini ilmaani Dauditifi worra Yerusalemu kaani d'ibi herega naasutiifi ka kad'achatiini guuta. Duuba namicha woraanaani ijeesani kaani laalani, akuma nama ilma tokocha bohu bohaniifi. Aka worri ilmi angafa iraa due bohu, garaa hamaatani bohaniifi.


Me ilaali, inni dumansa keesa d'ufuu jira! Nami ch'ufti isa arga, jari duri isa woraaneleeni. Gochiti lafa ch'ufa maro isaatiifi booti. Ha akasuma taatu! Amini.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite