Yohana 19:24 - KITAABA WAAQA24 Duuba waan woliini jed'ani, Intarsaamnu ammo hit'a buufanne nama argatu ilaala jed'ani. Wonti kunini aka t'aafiini guutamtu ta, Woya tiyya gargari qoodatani, ubaara kiyyale hit'a buufatani, jette. Duuba askartiini waan kana tolchite. Gade chapit la |